OSA dhaaf Yaada Dhunfaa Og. 2015

Published: Aug. 1, 2015, 1:24 p.m.

Maaloo emaanaa lammii hin nyaattin, yeroo dhuma hundaa tokkummaa odduu mallee tokkummaa hojii arguun hin danda'amnee, bara baayyee tokkomnee jedhama garuu dallagaan hin hin jiru. maaree kunis isaanuma bara darbee ti moo kan dhibbii? ega dhugaan lammii yeroo hedduu gowwoomsuu yaaltannii tu maaloo ha ga'uu tokkummaan odduu, mee dhugaan hojii keenya kan galma bilisummaa nu geessittuu ha hojjennu!
"Ibsa araara walhubannoo waliigalte Qabsaawootaa kan dheeraf ummata bal’aa Oromoo biratti hawwamaa ture, amma waliigaltee milkii fi injifannoo tahuu isaa ilaalchise ibsi kennama. Sagantaa guyyaa kana irratti bakka bu’oonni ABO Shanee Gumii, QC fi Gurmuu Qabsaawootaa argamanii ibsa bal’aa keennuuf waan qophaawanii jiraniif hawaasni Oromoo kan qubsumaan naannoolee Seattle, Portland, fi Vancouver jiraattan ykn qubattan hunddi itti baha walii galtee fi araara mooraa QBO keessatti tahe kana ilaalchisee ibsa kennamu irraa akka qooda fudhattan kabajaa lamummaa fi Oromummaattin isin afeera.

Guyyaa: Guraandhala (February) 23, 2013
Bakki: The 2100 Building 24th Avenue South Seattle WA.98144
Yeroon: 3:00WB – 8:00WB

Koree Qopheesituu"